Yusuf

Yusuf

Share

Photos from Yusuf's post 27/04/2026

Ganda Sagantaan duula na filadhaa paartii badhaadhinaa filannoo marsaa 7ffaa bara 2018 bifa ho'aa ta'een gaggeefffameera.

Godina Jimmaa Aanaa Saxxammaa Ganda Shanii Camariitti sagantaan duula na filadhaa paartii badhaadhinaa bakka bulchaan Aanaa Saxxammaa Obbo Keeruddiin Abdulqaadir,Itti gaafatamaan waajjira paartii badhaadhinaa Aanaa Saxxammaa Obbo Mahammad Mahammadnuur fi Itti gaafatamtuun Ijaarsa paartii badhaadhinaa Aadde Rahimaa Abdulmaliik argamanitti gaggeeffameera.

Itiyoophiyaa gara biyya fakkeenyummaatti!
Badhaadhina filadhaa!
Mallattoon keenya Nadoo/Bissii Qamadiiti!

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Addis Ababa