Ahmed Siraj

Ahmed Siraj

Share

Yaa abboota qabsoo
hayyoota siyaasaa
Gamaa fi gamas deemuun
dhuguma nu baasaa? Hin usinaa nurraa
nu dhagahaa malee
Daa'imman keessan kun
boriif mee maal dhaale? waanti naaf hin galle?
--
Walitti idaa'aamaa
bakkayyuu wal yaamaa
Humni qabnu cufti
yoos qabsoof kuufamaa
Uummanni Oromootis
gaafas kabajamaa
--
Qabsoon qeerrookeetii
dhiiga ishee lolaaftee
Nutu galmaan gaaha
utuu tokko taatee
--
Daa'imman

19/02/2026

Ifaa Addunyaa kan ta'an
Nabi Muhammadﷺ
(saw)irratti salawaata haa
buufnuu

صلوات ربي وسلامه عاليه م

13/12/2025

Taphoota Piriimarliigii Har'aa.

➤Taphoonni jalqabaa lamaan sa'aatii⏰12:00 irratti eegalu

➤Taphni Burnley kan Fulham wajjin taphatan sa'aatii⏰2:30 irratti eegala.

➤Taphni xumuraa kan Arsenal Galgala sa'aatii⏰5:00 irratti eegala.

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address

Boole
Addis Ababa
1000