Dungo Communications
Our mission is to supports businesses, organizations and individuals in enhancing visibility.
Beeksisa Leenjii!
Baga Gammaddan! Baga Gammanne! Dhaabbanni Dungo Communications jedhamu leenjii vidiyoo kaameeraa, footoo kaameeraa, filming, daayireekteerummaa, vidyoo editiingii, footoo editiingii fi kkf laachuuf qophii hundaa xumuree barattoota galmeessuu jalqabeera.
Kanaaf warri leenjii kana fudhachuu barbaaddan karaa keessaa 'message' nu quunnamuun odeeffannoo dabalataa ta'e galmaa'uu dandeessu. Hojii dhuunfaa keessanii uumuu yookiin qacaramuuf ogummaa kaameeraa qabaachuun baay'ee barbaadamaadha
HOW SUCCESS IS ACHIEVED? We want your opinion on this.
Thank you
Urjii Communications leaves no stone un-turned to satisfy your business need. More than ever we are coming more and more closer to you. Let us know your need.
Click here to claim your Sponsored Listing.