Walabu Media

Walabu Media

Share

15/09/2025

Congratulations, Khalid Bashiir!!
Bara barattoonni heddu qormaata darbuu dadhabanitti, muraasni isaanii garuu seenaa guddaa hojjataa jiran.
Milkiin kun afis waan guddaadha. Baga gammaddan!

19/08/2025

Impaayera Osmaan (Türkiye) fi Seenaa Islaama Awurooppaa.
Kutaan 3ffaa Impaayera Osmaan (Türkiye) irratti xiyyeefata.
Islaamni waggaa 500 dura akkamitti Kibba Baha Awurooppaa, naannoo Balkaan akka qabate, seenaa maal fakkaatu akka hojjatee fi ashaaraa kam Awurooppaa irra akka kaayate agarsiisuuf yaalla.
Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha.
https://www.youtube.com/c/WalabuMedia
YouTube Like, Share, Subscribe godhaa.
Yaada keessanis nuuf laataa. Galatoomaa!

​ ​

Culinary Team

Attire