Raadiyoo Hamarsan

Raadiyoo Hamarsan

Share

Photos from Raadiyoo Hamarsan's post 20/04/2023

AYIDDE CAMBALAALLA

31/03/2023

Yeroo dhihootti sagantaawwan Bashannanaa garagaraa qopheessuun Karaa Raadiyoo Hamarsan guutuu adunyaatti "application ELFF+" jedhamuun dhaggeeffatamuuf qophii keenya xumurree jirra!nuu eeggadhaa! 🎊

Gaarii yaadaa gaarii gaadaa
haa imallu waliif qoodaa!
Hamarsan Raadiyoo

Photos from Raadiyoo Hamarsan's post 16/03/2023

Dhabbani BTM(Bashatu Tolemariam multimedia)yeroo dhihootti karaa “application’’ ELFF + Jedhamuun Sagantaa bashannanaa sa’aa 24 dhaggeeffatamu Afaan Oromootiin isiniif dhiyeessuuf waliigaltee yeroo mallatteessinu Gammachuu guddaatu nutti dhaga’ama

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Addis Ababa