Singer Ararsa Daba

Singer Ararsa Daba

Share

Photos from Waldaa Amantoota Guutuu Wangeelaa L/Xaafoo Gawwaasaa's post 23/12/2024
07/06/2024

ODUU GAMMACHIISAA
Laga Xaafoo Gawwaasaa fi Naannoo Isheetti Kan Argamtan Hundumaaf Dilbata Dura Keenyaa Kana Waxabajjii 02/2016 Guyyaa Guutuu Tajaajiltoota Affeeramanii fi Tajaajiltoota Waldaa Keenyaa Wajjiin Sagantaa Dadammaqinaa Qopheessinee Waan Jirruuf dhuftanii akka Hirmaattan jaalalaan isiin affeerra.
👉. Ganama Sa'aatii 3:00 irraa eegala
Waaree Booda Sa'aatii 9:00 eegala

Eebbifamaa
Share gochuu hin dagatiinaa
Namootas irratti Affeeraa!!!!

✅️. Waldaa Amantoota Guutuu Wangeelaa Laga Xaafoo Gawwaasaa

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Addis Ababa