Bilillee ART

Bilillee ART

Share

Photos from Bilillee ART's post 09/04/2026

Jabeenyi namaa oobsa qabaachudha.
Bareedini qabeenya hiyyeessa gargaaruudha.
Bareedini Aangoo sirnaan tajaajiluudha.
Bareedini beekuumsa naman barsiisudha .
Bareedini nama tahuu Rabbii ofii gabaruudha.
Bareedini adunyaa akkhiraaf kuufachudha.
Bareedini naamusaa tasgabbii qabaachudha.
Bareedini kabajaa oof kabajuudha.
Bareedini obbolummaa rahima maxxanfachuudha.
Bareedini duroomu haqa nama eegachudha.
Babu loharโค๏ธ๐Ÿ™๐Ÿพ๐Ÿง‘๐Ÿพโ€๐Ÿฆฏ

Photos from Bilillee ART's post 05/04/2026

ุจุงุฑูƒ ุงู„ู„ู‡ ู„ูƒู…ุงุŒ ูˆุจุงุฑูƒ ุนู„ูŠูƒู…ุงุŒ ูˆุฌู…ุน ุจูŠู†ูƒู…ุง ููŠ ุฎูŠุฑ
๐Ÿ’Mabruuk Alfa Mabruuk naaf ja'aan

obboleessa koo Baga Rabbiin si jaare bultii barakaa siif haa godhu ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ
๐Ÿ‘‰biraai fi Giftii teenyaas mee Hawaasni kiyya Du'aa'ii teessan Owwituu saniin naaf dhaqabaa.

17/02/2026

Ramadan Mubarak
โ€๐Ÿ’™โค๏ธ ู…ุจุงุฑูƒ ุนู„ูŠูƒู… ุงู„ุดู‡ุฑ ุงู„ูุถูŠู„!

31/07/2024

Wa'ee leecaa leecumatu bekka Kadir Martuu ilma sabaa guddaa
Kadir martuu
June Ruto
Bilillee ART

Jawar Mohamad
Dr Abiy แ‹›แˆฌ แˆแŠ• แŠ แˆ‰

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address

Addis Ababa