Kenya Talk Show
15/12/2020
Waa'ee page kanaa fi akkasuma waa'ee post daqiiqaa muraasa dura maxxansee hanga tokko waa jechuun barbaada.
Jalqabarratti show akkasii kana dhiyeessuuf yeroma YouTube.com/c/kenbonentertainment channel kana jalqabuyyuu karoorrii koo isa kana ture haa tahuu malee qulqullina barbaadeen hojjachuuf haalonni mijataa waan hin turreef hanga ammaatti barfachiise .
Amma garuu yeroo haalli naaf mijjaawee ani eegaluuf ja'u , namoonni youtuber na dura yaada akkanaa kanarratti skpe dhaan or pr production dhaan hojii eegalan ni jiru isaan sun immoo creativity mataa isaanii akka waan hatameetti or copy godheetti ilaaluu dandahu.garuu miti
Page kana guyyaa itti baname ilaaluun qofti ragaa gahaadha!
Kanaafuu copy hingoone jechamaafi galatoomaa!
Kenbon entertainment - YouTube To get more funny vedios Just Subscribe to kenbon entertainment and you will enjoy your life 😂 Subscribe godhi KENBON ENTERTAINMENT STUDIOS
18/06/2020
Nu eebbisaa dugda hidhannee isin tajaajiluuf kaaneerra!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Address
Addis Ababa