Abdii Rafera

Abdii Rafera

Share

26/04/2026

🤗Dubbin akka afaani ta'uu didee kaa gurraa b***a dhiirri arraba dheerattuu yartuudha 🤫

20/04/2026

Eessa akka jirtu beekuu caalaa; eenyuu akka taate beekuu tu si milkeessa.

17/04/2026

haqa jirtu

17/04/2026

😁😁
Warri baayyee Oromoof yaadu waca eegalan 🤣

tu sirba baase, akka sabaatti salphanne, indhumne, uuu iny~iny jechuu eegalan😁. TEDY'n akka sirba baasuuf dhufee eyyama si gaafachuu qabaa? Moo walaloo fi Yeedalloo situu baasee itti laachuu qaba? Maal irraa eegdee dhabde? Maal akka jedhee siif sirbu barbaadde? Oromoo koo qaaliikoo, gootakoo~jedhee akka siif sirbu yaaddee? Ofii wal jaallattaa? Gaarii waliif yaaddaa? Tokkummaa qabdaa? Wal kunuunsitaa? Kan waliif jaalala hin qabne ormarraa akkamitti jaalala eeggatte?

Inni kankeetii, kankee gangalchee yeroo reebu, yeroo callisuun kee dhadhaa dibaa jira seetee? Inni gaarii goonaan 'tu sirbee si miidhe mitii? kanaaf isatuu sitti dhaga'ame? Ormi duruu Orma~ utuu waliif hin toliin ormarraa tola dhabdee si gubee? W*xii😔

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Addis Ababa