Boru Duba
05/03/2026
Facebook Lite for Android This version of Facebook uses less data and works in all network conditions.
29/04/2024
Kunoo galata rabbii har'a bu'aa qorannoo keennaa dhiyeessinee xumurree jirtaa!!!
21/04/2024
Wanti baay'ee nama ajaa'ibu maali?
Namoonni ijoollummaatti hin jibbisiisa guddachuuf ariifatu; Sana booda deebiʼanii ijoollee taʼuuf hawwu. Waa'ee egeree yaadda'anii waan ammaa dagatu. Kanaaf, yeroo ammaas ta’e gara fuulduraatti hin jiraatan; Akka waan hin duunetti jiraatu akka waan hin jiraanneetti du'u.
19/04/2024
Bara Jireenya Kee Keessatti Waan gaarii goote maraaf deebii nama irraa hin eegin. Yoo akkas yaadda ta'e deebiin ati Eegdu faallaa ta'uu danda'a. Inni ammoo gaarii dalaguu irraa Si Fegeessa. Kanaaf ofiif Jedhiitoo wantoota gaarii Hojjadhu.
Click here to claim your Sponsored Listing.