GMN
With Murtiguto Ibrahim – I just got recognized as one of their top fans!
27/05/2026
Hawaasni Muslimaa Baga Ayyaana Id Al-Adhaa Bara 2026/1447n Isin Gahe!
Haasawa Jeneraal Kamaal Galchuu kana yaadattuu? Jeneraaltichi edaa dhugaa qaba ture. Gaafa dura jeequmsi Lixa Oromiyaa eegalu saamicha Baankii Gamtaa Oromiyaa irratti raaw’atames ni yaadattu.
Maaltu, maaliif, eenyuun ta’e? Kanas irra geenyee jirra. Dhihoo kanatti nu eeggadhaa. Faayilli suur-sagaleefi barreeffamaa dheeraadha. Keessa deemee calaluun yeroo fudhata. Naa obsaa.
Barri kun bara dhugaa fakkaata!! Jedhi Waaq!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa
LOVESALAA153GMAIL.COM