Tadele Meseret Abera

Tadele Meseret Abera

Share

15/06/2026

Waliif Qoodaa🙏
Biiroo Galiiwwanii Oromiyaa
👉Guyyaan Qormaataa: 13/10/2018
👉Maqaa keessan Guyyaa itti aanu isin beeksifna jedhu.
👉Bakka Qormaataa Ilaalladha suuraa irraa
Odeeffannoo sirrii yeroo isaa eeggate Telegram keenya hordofaa
👇👇👇👇
https://t.me/solomondabale2023

11/06/2026

Beeksisa Adda Cituu Dhiyeessii Elektirikii Kan Karoorfame

Boru Waxabajjii 5, 2018 A.L.I. hojii suphaa raawwachuuf naannawaa armaan gadii keessatti dhiyeessiin anniisaa elektirikii Kan addaan citu ta’a.

🕑 Ganama 2:00 – waaree booda 9:30-tti

👉 Wayiblaa Maariyaam, Awugustaa, Anfoo, Safar Wayiraa, Koondomiiniyeemii Wayiraa, Moobilii, Kaampii Raashiyaa duraanii, Hospitaala Tazaniya, Marfata Lakkoofsa Sadi, Bataskaana Sillaasee, Goofaa Kilab fi naannawaa isaanii.

👉 Addabaabaayii Nooy, Horsiisa Beeyiladaa, Mandara Industirii Walattee, Warshaa Sibiilaa Waaliyaa, Hoospitaala Keer-Laandii.

👉 Koondominiyeemii Kaampii Goofaa, Addabaabaayii Jarmanii fi naannawaa isaanii, Buufata Boba'aa Goofaa, Addabaabaayii Nooy, Simintoo Kaappitaal, Magaalaa Sabbataa gartokkeen, Kireesharii, Diimaa fi Alamganaa.

⏰ Ganama 3:00 – waaree booda 9:30-tti

đź•‘ Hagbes Araat Mantaa, Goojjam Barandaa, Jinhaad, Hoospitaala Abbabach Goobanaa, Qeexamaa Taraa, Addabaabaayii Paastar, Hoospitaala Phaawulos, Hoospitaala Abeet, Bataskaana Yohaannis, Safara Dastaa, Hoteela saan, Buufata Poolisii 3-ffaa, Koolleejjii Meedikaalaa Finfinnee, Koondominiyeemii Xaafoo, Addabaabaayii Xaafoo, Koondomiiniyeemii Abbaadoo fi naannawaa isaanii.

👉 Burrayyuu Sangootaa, Mandara Industirii Taaxaq, Gafarsaa fi naannawaa isaanii

⏰ Ganama sa’aatii 2:00 – waaree booda 8:00tti

👉 Naannoo Tigraayitti: Adawaa, Raamaa, Hoospitaala Addii Abuun

👉Maqaleetti “Etiyoo-Shawit Birataa Birat.” ganama 1:00 – waaree booda 10:00-tti) fi naannawaa isaanii dhiyeessiin anniisaa elektirikii addan ni cita.

Kana hubachuun, maamiltoonni keenya iddoowwan kanneenitti argamtan qophii dursaa akka taasiftanii fi suphaan raawwatee hanga dhiyeessichi deebi’utti obsaan akka nu eegdan kabajaan isin beeksifna.

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address

Burayu
Addis Ababa
KUUSAAWALALOO