Mitiku Busa Offical
07/10/2024
All things are good at the right time...
Yeroo sanas waaqayyoo beekaa ture
01/07/2023
1Mot. 18
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁴² Ahaab nyaachuudhaaf, dhuguudhaafis ol in ba'e; Eliyaas garuu gubbee tulluu Qarmelos irratti ol ba'ee mataa isaa hamma jilba isaa biraan ga'utti gad gombisee in kadhate.
⁴³ Hojjetaa isaatiin immoo, "Dhaqii qixa galaanichaatiin ilaali!" jedhe; kana irratti inni dhaqee ilaalee, "Achiin homtuu hin jiru" jedheen; Eliyaas, "Si'a torba deebisee dhaqii ilaali!" ittiin jedhe.
⁴⁴ Hojjetichi si'a torbaffaa isaatti, "Kunoo, duumessi xinnoon hamma harka namaa ga'u tokko galaanicha irraa ol ka'aa jira" jedhe; Eliyaas kana irratti hojjetaa isaatiin, "Dhaqiitii Ahaabiin, 'Konkolaataa kee kaafadhuutii, utuu bokkaan si hin ittisin gad bu'i!' jedhi!" jedhe.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the place of worship
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
000000