Gada Digital Service
Software Development
For all platform(Windows, Linux, IOS, android), web development, Networking, Coding AI,bots for any purpose, Gaming Including video Game,
visual arts, graphics, modeling, simula
07/01/2023
Jechoota Abrahaam Liinkaan
✓ Amala qusannoo hin qabdu taanaan,sorrummaa gonfachuu hin dandeessu.
✓ Nama jabaa laffisuudhaan, nama laafaa jabeessuu hin dandeessu.
✓ Sooressa iyyoomsuudhaan,
Iyyeessa duroomsuu hin dandeessu.
✓ Maallaqa liqeeffachuun, jireenya kee tasgabbeessuu ykn rakkoo maallaqaa jalaa bahuu hin dandeessu.
✓Nama miindaa kaffalu gadi dhibuudhaan, nama miindaa kaffalamuuf olkaasuu hin dandeessu.
✓ Namni tokko of danda'ee akka hin hojjenna,gootee kutannoo fi sabrii horachuu hin dandeessu.
✓ Nama tokko jibbaaf Kakaaftee, obboleessa isaa tahuu hin dandeessu.
✓ Baasii kee galii kee caala taanaan hiyyummaa keessaa bahuu hin dandeessu.
✓ Waan namootni hojjechuu danda'aniif hojjechuu qaban hojjetteefii,barabaraan isaan jiraachisuu hin dandeessu.
12/09/2022
Dhaabbanni 'Gada Digital service'
Dhaabbata Digital software hojii aja'ibaa qabaate dhufa jiruudha
Keessumaayyuu immoo Ayyaana irreechaa bara kana keessatti waan aja'ibaa siin agarsiisuuf qophii dha
Kanaaf page kana follow, like,share godha nuu deegaraa
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Address
Addis Ababa
0721