Megi geme
14/04/2022
Wantootni baratamoo sammmuu keenya miidhan maalfaadha?
➢ Alkoolii hedduminaan dhuguu
➢ Bishaan ga’aa dhuguu dhabuu
➢ Hirriba ga’aa rafuu dhabuu
➢ Boqonnaa (haaragalfii) ga’aa dhabuu
➢ Ciree irra deddeebiin nyaachuu dhabuu
➢ Baay’inaan humnaa oli nyaachuu (overeating)
➢ Nyaata hammi sukkaaraa isaanii baay’ee ta’e yeroo baayyee nyaachuu
➢ Tamboo, shiishaa, kookeenii fi wantoota sammuu nama hadoochan garaagaraa fayyadamuu.
➢ Osoo dhukkubsatanii hojii sammuu ykn yaaduu gaafatu hojjechuu
➢ Faalama qilleensa naannoo
➢ Dhiphina sammuu cimaa
Fayyaa hin dhabinaa
Dr Naafyaad Geetuu
22/12/2021
The mRNA COVID-19 vaccines are as safe as other vaccines ⬇️
Click here to claim your Sponsored Listing.