DAMIS Agent

DAMIS Agent

Share

Photos from DAMIS Agent's post 22/12/2022

Home for sell

Photos from Smart Building Design's post 21/12/2022

ለበለጠ መረጃ ✔️

0911482467
0911267441

https://t.me/agnet1148
https://t.me/DemisAgent1
[email protected]

Photos from DAMIS Agent's post 18/12/2022

𝐀𝐫𝐣𝐞𝐧𝐭𝐢𝐢𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐆𝐞𝐞𝐛𝐚 𝐊𝐮𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐌𝐢𝐢𝐥𝐚𝐚 𝐀𝐝𝐝𝐮𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚 𝟐𝟎𝟐𝟐 𝐌𝐨𝐨`𝐚𝐭𝐭𝐞

Gareen kubbaa miilaa biyyoolessaa Arjentiinaa waancaa bara 2022tti Qataritti qopheeffamee gaggeeffamaa ture moo`atee jira.
Tapha daqiiqaa 120 tureen gareen biyyoolessaa Faransaayii fi Arjentiinaan 3-3 qixa bahanis, tapha rukuttaa xumuraa (Penality) dhaan 4-2`n moo`achuu danda`anii jiran.

Taphni kun taphataa urjii addunyaa kanaa kan ta`e Liyoonel Meesiif tapha xumuraa isaa ta`uunis beekkamee jira.

Dorgommii kubbaa miilaa addunyaa bara kanaa gaggeeffamaa tureen, Faransaayi Lammaffaa, Kirooshiyaan sadaffaa ta`uudhaan yoo xumuran, biyyi Moorookoo 4ffaa ta`uudhaan xumuranii jiran.

Photos from DAMIS Agent's post 09/12/2022

የማሸጥ ዘመናዊ ቪላ
➡ቦታ - ቦሌ ቡልቡላ
➡ካሬ - 300 ካሬ ሜትር
➡ዋጋ - 30 ሚሊየን
➡ድርድር አለው
https://t.me/DemisAgent1

Want your business to be the top-listed Realtor/realty Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Addis Ababa, Boke Medhanialem
Addis Ababa