Gadaa

Gadaa

Share

06/02/2026
05/02/2026

Kiristiyaanoo Roonaaldoo tapha kubbaa miilaa isaa keessatti:

🏟️ Taphoota 1308
⚽ Goolii 961 galcheera
πŸ…° 261 mijeessee kenneera
βœ… 857 injifateera
⛔️ 247 qixa bahe
❌ 204 mo'ameera

🦡 Miila mirgaatiin goolii 620 galcheera
🦿 Miila bitaan goolii 181 galcheera
πŸ₯… Goolii 164 rukuttaa bilisaa irraa
🏌 β™‚ Goolii 64 rukuttaa bilisaa irraa
🀽 β™‚ Goolii 156 mataa isaatiin galcheera
πŸ‘€ Bakka biraa irraa galchiiwwan 3

πŸ₯‡ 3Γ— Taphataa cimaa FIFA Addunyaa
πŸ₯‡ 5Γ— Baaloon D'Or
πŸ₯‡ 4Γ— taphataa cimaa UEFA Addunyaa
πŸ₯‡ 4Γ— Kophee Warqee Awurooppaa
πŸ₯‡ 1Γ— Badhaasa FIFA Puskas
πŸ₯‡ 2Γ— Taphataan Cimaa Xaaliyaanii Seerii A
πŸ₯‡ 2Γ— Taphataa cimaa Piriimiyerliigii Ingiliiz
πŸ₯‡ 9Γ— Taphaata cimaa Poortugaal
πŸ₯‡ 21Γ—Taphataan Goolii Guddaa Waggaa
πŸ₯‡ Γ—3 Taphaata cimaa Maanchistar Yunaayitid
πŸ₯‡ Γ—2 Taphaata cimaa Riyaal Maadriid
πŸ₯‡ Γ—3 Taphaata cimaa Juventus
πŸ₯‡ Γ—1 Taphaata cimaa Al Nassir

πŸ† Γ—1 Waancaa Awurooppaa
πŸ† Γ—5 Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa
πŸ† Γ—4 Waancaa Addunyaa Kilaboota FIFA
πŸ† Γ—3 Piriimiyerliigii Ingiliiz
πŸ† Γ—2 Laaligaa Ispeen
πŸ† Γ—2 Tapha Xaaliyaanii Seerii A
πŸ† Γ—3 Waancaa Suuper Awurooppaa
πŸ† Γ—1 Liigii Biyyoota Awurooppaa
πŸ† Γ—1 Waancaa FA Ingilizii
πŸ† Γ—2 Koopaa Deel Reey Ispeen
πŸ† Γ—1 Kooppaa Xaaliyaanii
πŸ† Γ—2 Waancaa Kaaraabaa
πŸ† Γ—2 Waancaa Suuper Ispeen
πŸ† Γ—2 Waancaa Suuper Xaaliyaanii
πŸ† Γ—1 Kominitishildi Ingiliz
πŸ† Γ—1 Waancaa Suuper Poorchugaal

04/02/2026

l 🚨 π—’π—™π—™π—œπ—–π—œπ—”π—Ÿ: Casemiro has been named the Premier League Player of the Matchweek.

17/01/2026

Manchester is red

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Finfinne
Addis Ababa
GM2012