Marsimoonm
23/06/2026
Oromoon Makmaaksa Makmaaksaan hiika.
Isinis Makmaaksa kanaf hikkaa naaf kennaa.
👇👇👇👇👇👇👇
12/06/2026
Ilma oromoo kan yeroo jalqabatif tapha waanca addunyaa irraati hirmaate seenaa haarawa galmeesse Taba Canada bonsu yeroon argu na ga.achise rabbi carraa kee haa tolchuu ♥️🌳♥️
Harmen Isaa dha
12/06/2026
Atileetiin Itiyoophiyaa qoricha humna namaaf laatu fudhachuun ji'a 4'f Dirree Atileeksii Addunyaarraa akka fagaattu itti murtaa'e.
Atileetii waggaa 29 shaampiyoonaa addunyaa meetira kuma 5 dubartootaa bara 2022 fi meetira kuma 10 bara 2023 meedaaliyaa warqee argatteetti.
Akkasumaas Olompikii Tookiyoo bara 2020 irratti meedaaliyaa naasii argateerti.
Qoricha Letrozole fudhattee qabamte.
Jechun Followers horadha!
06/06/2026
Itti Buhaaraa
Gaaf tokko waraabessa tokkotu halkaan magaalaa seene osoo lafee waan argate fuffuunaanatu lafti itti bariite rifatee waan godhu dhabee achumaan harree tokko argatee" akka bineensi si nyaanneen godhaati maaloo na baadhuti magaalaa keessaa na baasi" jedheen.
Harreenis tolee jetteen. Sanaan booda harreen sun lafa barii magaalaa keessaa Waraabessa baattee yeroo deemtu Ummanni magaalaa argee kaan harka walitti rukkuteefi kan waan isaa wallaalee raajeffatee osoo ilaaluu harreen sun waraabessa sana magaalaa keessaa baastee bosoona seensiste. Achiin booda bosona akkuma seenteen harreen sun "Narra bu'i kinoo magaalaa keessaa si baaseera" jennaan waraabessattiin kottu erga as geessee maatii koo hundaan waal si barsiisa ni firoomna" jetteni ammas Harreen" tolee jette mana waliin deemte. Akkuma mana gahaniin ilmooleen waraabessaa itti yaanan waraabessattiin" keessuma isiini fideen dhufe akka aadaa keenyaa godhaatii waa sadii naf ka'aa" jettee Harree sana ilmoo isheetti dhiste boolla ishee seente rafte.
Hamma kana hunda dhaabbatte dhageeffacha turte,miliquus hin yaalle! Waraabessattiin"waa sadii naa ka'aa"jette waa sadan sun,1ffaan Mataa 2ffaan Ijaa 3ffaan Gurra ture.Sana booda bakkuma harrittiin dhaabbatte jirtu sanatti ilmooleen warabeessa akkuma amaalaf aadaa ishee kufistee nyaachu egalte. Osoo nyaachaa jirani ilmoolee waraabeessa sana keessa tokko" Haati keenya waa sadii naaf hambisa jette turtee hin dagatiinaa" jennaan ilmoon kan biraa" waa sadeen sana hin qabduu callisaa nyaadha"jetten.
Achii erga nyaatanii fixaanii booda haati waraabeessoota yeroo hirribaa kaatu "waa sadii isiniin jedhe sana naf keessanii?"jetten. Achii marree mataa anaaf ka'aa isiinin hin jenne? Yommuu jettu ilmoon takka akkas jetten";-
Yaa haadha koo harreen tun waan 3n san hin qabdu" jetten ..
Haati "akkamitti hin qabne" ?
Ilmoon deebistee
* "Osoo mataa qabaatte si baattee hin dhuftu ture,
*osoo Ijaa qabaatte immo osoo argu boolla kana si waliin hin seentu ture!
*Gurraa osoo qabaatte magaalaa keessa si battee as sin fiddu ture"..
Maal irraa hubatte?
Marsimoon M Follow with Marsimoonm
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Dässë Dïrrïbsä, Mohammed Gemeda, Hussen Juhaar, Rafera Sirnuma, Endaalu Gamada, Daniel Gemechu Nurgi, Gumaa Gumaan Lammiif, Tesfaye Feyisa, Zerihun Yadeta Gudeta, Gadaa Tufaa, Sar Kalifa, Turi Bora, Zewdie Alamu, Mamo Mamo, Abreham Amensa, Girmaa Qananii, Adisu Gennale Debbaso, Mahammad Sabonaa Ahmed, Ahmed Kedir, Mule Kan Kirit, Sana Jim, Tolex G Tarafa, Chala Tolasaa, Abebe Tesfaye, Gammachuu Motuma, Mohammed Abdalla, Addisu Gelgelo, Fikru BA, Ebisa Bacha, Gammadaa Lammeessaa, Dhadacha Tadasa Dhugo, Dursa Inna Galchu, Hawwiin Koo Bilisummaa, Wakjiras Jirra Endale, Ararsa Samuel, Efa Alemayehu, Samy John, Wabii Regasa, Jara Bati, Lf Gutataa, Isma El Jamaal, Berhanu Teshome, Dinqaa Baqqalaa, Kalil Mahammed, Iyasu Hirboro, Duresa Boru Duba Guyo, Jafer Ahmed, Jalata Mardasa, Ayyub Oromoo, Mi'eessaa Gumii
01/06/2026
Kantiba Magala Ciroo Dhaloota Qubee.Bakka Bu'aa MMN
bakka Dhalota isaati 💌with Abiy Ahmed Ali
Click here to claim your Sponsored Listing.