Riyad MP
01/03/2024
RVU News Rift Valley University Center for Oromo Studies organized a day Public Lecture on March 1, 2024, titled “The Role of Art & Artists for the Unity & Development of Oromo Nation”.
Riyad MP
29/02/2024
Yooyaa
Caalii Butoo Biluu Raachaa
21/02/2024
Me’ee Bokkoo 75th
26/11/2023
Oduu Aagaa Eebba Kitaaba "" Daandii Isaanii""jedhu Barreessituu Bilisummaa Huseeniin qophaaye Sadaasa 23/3/2016 Waaree booda sa'aatii 6:30 irraa Eegalee Adaamaa Galma Sinimaa Olyaaditti ni Eebbifama Sagantaa kanarratti Hayyoonni,keessummoonni kabajaa miidiyaan , Abbootii gadaa abbootii amantaa agartuuwwan sabaa Artistoota akkasuma qeerroofi qarreen irratti ni argamu. Kanaaf hawaasni oromoo bal’aan kabaja guddaa waliin Waamicha isiniif goona.
Wal argaan Magaalaa Adaamaa naannoo firaakoo galma sinimaa Olyaaditt haa ta’u.
Bilisuma Hayu Hussen
Design by Riyad MP
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
321