Utubaa Academy
10/09/2024
09/09/2024
Karaaleen qabxii qormaata kutaa 12ffaa ittiin ilaallatan ifooman
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Karaaleen qabxii qormaata kutaa 12ffaa 2016 ittiin ilaallatan ifoomaniiru.
Qabxii qormaatichaa har’a Qaammee 4, 2016 halkan keessaa sa’aatii 6:00 irraa eegalee ilaalchuun akka danda’amuu Tajaajilli Qormaataa fi Madaallii Barnootaa beeksiseera.
Haaluma kanaan karaalee:
Poortaalii-https://result.eaes.et
Teelegiraam Boot-https://t.me/EAESbot
Ergaa gabaabaa(SMS)- 6284 irratti ‘R” dursuun lakkoofsaa galmee (Fakkeenyaaf R1234567) barreessanii erguun qabxii ofii beekuun akka danda’amu eerameera.
Dabalataan karaan Ergaa gabaabaa idilee Itiyoo teelekoom kaffaltii akka qabuu fi Teelegiraam Boot irratti waraqaa ragaa yeroo buusuu fi maxxansiisuun akka danda’muu tajaajilichi beeksiseera.
09/09/2024
Ready for your result!!!
GOOD LUCK YOU ALL
Guys we will Boom Crypto education now afterwards! Follow us👏
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the school
Website
Address
0000