NETSU TECH

NETSU TECH

Share

29/12/2023

Seenaa foi sirna Gadaa Oromoo maccaa Boqonnaa Tokkofaa seenaa Hundee ummata oromoo ummanni tokko altakkaattin sirna hawaasummaa siyaasaafi dinagdee sadarkaa olaanaafi walxaxaa ta'e qabatee hin uumamu kun bu'aa adeemsa yeroo dheeraafi muuxannoo jireenya hawaasaati Ummanni Oromoo hundee irraa achias dhufeefi seenaa ittiin aadaa sirna Gadaa ijaare qaba Ragaaleen arki'ooloojii seenaafi xiinqooqaa hundee ummata Oromoo qarooma hortee kuush waliin walqabsiisu ibsi qorannoowwan kanaas ragaa qabatamaa walfakkeenya afaanii aadaa gurmaa'inaa sirna dinagdeefi xiinsammuu hortee kuush irratti hundaa'a kanaaf seenaan hundee ummata Oromoo kuush yookaan akka Oromoo Maccaa biratti bal'inaan beekamu kuusadhaa......ittifufaa

Want your business to be the top-listed Computer & Electronics Service in Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address

Addis Ababa
Ababa
0000000