Jawar JM post
30/06/2022
Dhugaa hadhooftuu
Badhaasa Kalessa irrati komiin ka'e Mal irrati kan jedhuu ifa kessattu badhaasa artist harawa jedhameen wal qabate waan heddu jedhama jira garu dhugaan jirru kinoti
Kaleessaa Badhaasa irrati mormii akkamtu umame Dogogori esa jira badhasa kessatti dhugan jiru bahe🤔🙏
20/06/2022
Kolfaa bareedu obbo baqqalaa fi jawe
Qosa obbo baqqalaa erga cima of kessa qabdu
Jawar asiti hafi kan jetanin ani maaf kophaa gale du'a enyuu qabsa'e eenyu ta'a
Anaf jawar gale hidhamna qeerroon ni ajjeefamaa isin diasporan sagalee nuf ta'u hin dhisina
Deema qawee bitadha bosonaa seenaa isiinin hin jennu biri 20 argatan irraa takka qofa qabsoof kenna jechuun erga babareda fi gaffii ciccimoo gafataman deebisan❤💪
Kolfaan nu fixe obbo baqqalan icciiti jawar walin mana hidhati dubatan base fi qosa cima erga qabu❤💪
Click here to claim your Sponsored Listing.