Obsa Seid

Obsa Seid

Partager

16/01/2023

jirta?

Qaalii akka warqee
Nama gatii guddaa
Yoon suuraa kee argee
Imimmaantu na muddaa.......................................
Furtuu rakkinaa Koo
Eenyutti naa laattee?
Moo achumaan hafta
Imaanaa lammii baattee?.......................................
Urjii gara barii
Nan dhabe barbaadee
Jabaa gaafa xiiqii
Naaf koottu si yaadee.......................................
Bakkalcha Oromoo
Utubaa sabaa bal'aa
Eessa jirtaree maaloo?
Nutti himi mee har'aa! ........................................
Osoo ati lubbuun jirtuu
Ani abdii hin kutadhuu
Nan beeka garaa-n hirtuu
Gad bahiituma dubbadhu ............................................
Siifan jira osoo jettu
Jiruun koo diigamee
Dafiituma naa koottu
Ani si jalaa miidhamee..............................................

Vous voulez que votre entreprise soit Salon De Beauté la plus cotée à Bete ?
Cliquez ici pour réclamer votre Listage Commercial.

Site Web

Adresse

Ambo Xiqqo
Bete